News

Gargaarsiì uumata Oromo diaspora

By , November 23, 2021 8:07 pm

Gargaarsiì uumata Oromo diaspora biyya gara
garaa keessa jiran irraa kenname jiraattota
Nageellee Booranaa beelaan miidhaman dhaqabee
jira. Gargaarsa kana ka kenne:

Oromo community Norway

Oromo community Seattle

Oromo community California

Oromo community Canada

Oromo community Belgium

Akkasuma horii namii dhuunfaa tokko tokko

jaallowwan irraa walti funaane.
Gargaarsil biyya alaa irraa dhufe kun karaa Buusaa
Gonofaa Boorana Finfinneetiin uumata dhagabe.
Horaa bulaa deebanaa. Waaqii warra akkanuma yo
cufa walbira dhaabbatu nu ha tolchuu. Waaqii bara
jabaa kallee nu taakkisiisinna

Boru Galgalo
Oromo version of bio