News

Borbor Odaa-Yuubaa

By , November 23, 2021 7:45 pm

Borbor Odaa-Yuubaa, Godina Booranaatti jallisiitti fayyadamuun bu’aan armaan gadii kun argamuu danda’e. Bara qilleensii jijjiiramee bokkaan hin jirre kana horsiisa horii qofa irraatti ufi lakkisuun rakkoo beelaa ta amma Boorana qabatte tanaan nama dhaqa. Uumatii keenna karaa dhibii nyaata ittiin argatee bona dandamatu barachuu qaba. Kun fakkeenna dansaa fulaa hedduutti bayyisuu malan.

Boru Galgalo
Oromo version of bio